bigbamboo game
- Uncategorized
- May 29, 2026
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)
Postfach 510610
13366
Berlin, Germany
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)
Bank: HypoVereinsbank
IBAN: DE62 2003 0000 0003 2076 69
BIC (Swift): HYVEDEMM300
Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) Bara 1988 Ji’a Waxabajjii Gaafa 15 ABOn hundeessame. Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO), Arraata Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) ti. SBOn torbanitti guyyoota 3, Roobii, Jimaataa fi Dilbata galgala sa’aa 8:00 – 8:30tti Meterbandii 19, khz 15250 irratti dabarsa.