Sagalee Bilisummaa Oromoo

Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) Bara 1988 Ji’a Waxabajjii Gaafa 15 ABOn hundeessame. Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO), Arraata Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) ti. Waggoota 34n darbaniif karaa Siyaasaa, Dinagdee fi Hawaasummaan qooda mul’ataa kennaa as ga’eera.

Ummata Oromoo irra darbee sabaa fi sab-lammoota Itophiyaa keessaa kanneen akkuma ummata Oromoo sirna cunqursaa bittoota Itophiyaa jala turanii fi jiraniif sagalee ta’ee tajaajilaa har’a gahe.

Har’as Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) hojii isaa kan duraanii caalaatti jabeessuudhaan, Teknolojii barri fide faana tarkaanfatuudhaan haala Itophiyaa, kan Naannoo fi Addunyaa ummataan ga’uu irratti hojjetuutti jira. Oduu fi Odeessa, Barruulee garagaraa dhimmoota adda addaatti xiyyeeffatan, Dinagdee fi Hawaasummaa irrattis karaa Raadiyoo, Facebook, YouTube fi amma immoo karaa marsariitiin (website)n tamsaasuu fi dhiheessuu irratti argama.

Akeekni Hundee SBO

Kaayyoo fi Akeeka ABO ummata Oromoo, sabaa fi sab-lammoota biroo akkasumas hawaasa addunyaa hubachiisuu irratti dalaga,

Akeekni Hundee SBO

Ummata Oromoo barsiisuu, dammaqsuu, kakaasuu, qabsoof hiriirsuu dha, Mirga hiree murteeffannaa isaaf akka qabsaa’u kakaasuu dha,

Akeekni Hundee SBO

Ummatni Oromoo Aadaa, Afaanii fi Seenaa isaa akka baratuu fi caalaatti hubatu gochuu dha.

Akeekni Hundee SBO

Karaa fayyaa, hawaasummaa fi dinagdee irrattis ni hojjeta,

Akeekni Hundee SBO

Dimokraasiin dhugaa akka lafa qabatuu fi babal’atuuf, mirgi dhala namaa akka kabajamuufis ni dalaga.

Akeekni Hundee SBO

Odeessa argatu ummata Oromoo fi sabaa fi sab-lammoota Itophiyaa keessa jiraniin gahuu irratti ni hojjeta.

Our Valuable Team Members

  • Cras rutrum leo at odio volutpat id blandit fugiats?

    Engaging Oppurtunities and Top Benefits

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

    Press Office, Licensees and Employment

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

  • Donec fermentum porttitor nunc amet gravida?

    Engaging Oppurtunities and Top Benefits

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

    Press Office, Licensees and Employment

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

  • Aenean faucibus sapien a odio varius?

    Engaging Oppurtunities and Top Benefits

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

    Press Office, Licensees and Employment

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

  • Donec pulvinar lectus quis laoreet vestibulum?

    Engaging Oppurtunities and Top Benefits

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

    Press Office, Licensees and Employment

    Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

Press Office News

SBO