
Oromoon akka shimalaa fi mancaa hin qabanne dhorkaa fi irraa guuraa, warra barabaraan Oromoo cabsanii dhabamsiisuuf abjootan finxaaleyyii Amaaraa ammoo maqaa faannootiin ijaaree hidhachiisaa tureera.
READ MORE- 6.5

๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ Barsisaa Qannaa Wayyeessaa abbaa isaanii Obbo Wayyeessaa Gurmuu fi haadha isaanii Adde Taasisee Disaasaa irraa Caamsaa 12, bara 1943 tti Lixa Oromiyaaย Godina Qeellam Wallaggaa, Ona Sayyoo Ganda Qonnaan Bulaa Samarroo iddoo addaa Tuulama jedhamutti dhalatan. Ilmi Obbo Wayyeessaa Gurmuu Bara ijoolluummaa isaatti akkuma ijoollee qonnaan bulaaย kamiittiย horii tiksuu
READ MORE 
Lixa Shaggar Ona Gindabarat gandoota 22 keessaa ummata 10, 000 ol ta’utu qe’ee ofii irraa buqqaafame
READ MORE