
Yeroo hamtuu fi ulfaattuu kana keessa tokkummaa feesisa. Sagalee tokkoon ka’anii, wal cina dhaabbatanii roorroo fi salphina akka sabaatti dhufte kana LAKKII NU GAHE! jechuu dha qaba Oromoon. KA’I QEERRO!
READ MORE
Sadaasni 9 Guyyaa Yaadannoo FDG
READ MORE
YA K K I K E E S S A N H I N D A G A T A M U Yeroo suuraalee kana arginu gaaga’ama lubbuu, qaamaa hir’atuu, dhabamuu fi achibuutee wallaaluu waggoottan jaroota kanaa keessa Oromoo mudatetu sammuu namaatti dhufa. Yeroo suuraalee kana ilaallu qabsaawota Oromoo, sabboontota Oromoo, barattoota Oromoo, qeerroo fi
READ MORE