𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐆𝐞𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥 𝐌𝐨’𝐢𝐛𝐨𝐨𝐧 𝐁𝐚𝐪𝐪𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐫’𝐚 𝐎𝐧𝐤𝐨𝐥𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚 𝟏𝟒,𝟐𝟎𝟐𝟐 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐪𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞𝐞𝐫𝐚.0
- SUUR-SAGALEE
- October 15, 2022
Jaal Mo’iboon Baqqalaa Onkoloolessa 12,2022 rasaasaan rukutamee wareegame.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Jaal Mo’iboon Baqqalaa Onkoloolessa 12,2022 rasaasaan rukutamee wareegame.
READ MORE
Sagaleen Bilisummaa Oromoo SBOn hundeeffama isaa waggaa 36ffaa Waxabajjii 15nii, gaafa Waxabajjii 22, 2024 karaa sarara ZOOMiitiin haala bareedaa kabajatee jira.
Sirna kabaja Hundeeffama SBO waggaa 36ffaa karaa ZOOMii geggeeffame kana irratti hogganootni, qondaalotnii fi miseensotni ABO biyyoota adda addaatti argaman akkasumas deggertootnii fi mararfattootni QBO irraa qooda fudhataniiru. Gabaasa kutaa duraa
READ MORE
ODUU, Deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo waggoota 50 fi ABO irratti qophii qindaa’ee fi hundeeffama ABO waggaa 50ffaa ilaalchisee yaada ummataa
READ MORE
ODUU, Yakka Mootummaan Biltsiginnaa Kibba-baha Oromiyaa keessatti raawwataa jiru
READ MORE
ODUU, Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Hundeeffama ABO waggaa 50ffaa sababeeffachuun har’a Waxabajjii 23, 2023 Miidiyaaleef ibsa kennan; akkasumas Walitti qabaan koree qindeessituu ayyaana waggaa 50ffaa ABO Jaal Alamaayyoo Diroos akkaataa kabajaa isaa irratti ibsa laataniiru.
Godina Wallagga Bahaa Ona Kiiramuu keessatti yakka finxaaleyyiin Faannoo ummata irraan gahaa jiru ilaalchisees gabaasa addaa qabna.
READ MORE
ODUU, Qaamni Alaabaa ABO, Alaabaa Oromoo, Alaabaa Oromiyaa Kabaja Dhoowwatuun Miillaan Akka Irra Deemuu fi Akka Balaaleffatu Dirqu Diina Innikkaa Ummata Oromoo ti – Ijoo Dubbii ABO
READ MORE