ODUU, Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Hundeeffama ABO waggaa 50ffaa sababeeffachuun har’a Waxabajjii 23, 2023 Miidiyaaleef ibsa kennan; akkasumas Walitti qabaan koree qindeessituu ayyaana waggaa 50ffaa ABO Jaal Alamaayyoo Diroos akkaataa kabajaa isaa irratti ibsa laataniiru.
Godina Wallagga Bahaa Ona Kiiramuu keessatti yakka finxaaleyyiin Faannoo ummata irraan gahaa jiru ilaalchisees gabaasa addaa qabna.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *