Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.
Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga โAdventistโ Jedhamutti Ajjeessame
Dargaggoon ammaaf maqaan isaa hin baramin jiru kun Shaashamannee naannoo laga โAdvenstistโ jedhamuutti rasaasa hidhattoota sirna wayyaaneen ajjeesamuu maddeen oduu gabaasan.
Qeerroon kun dhalataa Ona Qoree ganda Waajii Ibsanaatii taโuu kan eeran maddeen, bakka biraa fidamee Shaashamannee naannoo laga โAdventistโtti rasaasaan ajjeesamuu hubachiisu. Ummatni naannawa sanii reeffa qeerroo kanaa kaasee akka awwaalellee gabaasamee jira.
Mootummaan Bilxiginnaa dargaggoota rifeensa guddisatanii deeman akka diinaatti ilaaluun balโeessaa malee hidhuu irraa hanga ajjeesuutti gocha tarkaanfatee yakkoota fakkaataa akka kanaa raawwataa turuun kan yaadatamuu dha.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *