Sagaleen Bilisummaa Oromoo SBOn hundeeffama isaa waggaa 36ffaa Waxabajjii 15nii, gaafa Waxabajjii 22, 2024 karaa sarara ZOOMiitiin haala bareedaa kabajatee jira.
Sirna kabaja Hundeeffama SBO waggaa 36ffaa karaa ZOOMii geggeeffame kana irratti hogganootni, qondaalotnii fi miseensotni ABO biyyoota adda addaatti argaman akkasumas deggertootnii fi mararfattootni QBO irraa qooda fudhataniiru. Gabaasa kutaa duraa
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *