“Siyaasa Qamadii”

“Siyaasa Qamadii”

Siyaasni Qamadii yeroo ammaa kan ittiin Haala Biyyattiin keessa jirtu gara dabarsuuf yaalamu ta’ee jira.

“Siyaasa Qamadii”

Gabaasni armaan gadii kun kan dhihaate ji’a lama dura baatii Hagayyaa bara 2022 keessa. Gargaarsi Qamadii Ukurain irraa gama Itophiyaa dhufuuf buufata galaana Jibuutii irra ji’a lamaan har’aa ga’e jechuu dha.

Itophiyaan ji’a lamaan har’aa ummata gogiinsaa fi beelaan waxalamuuf gargaarsa dhiheessuu hin dandeenye, har’a illee lammiilee miliyoonota kudhaniin herregaman gargaarsa jalatti argaman dhaqqabuu hanqatte madaala isa kamiin ji’a lama gidduutti Qamadii gara Keenyaatti erguuf teessi kan jedhu gaaffii namoota hedduu ta’ee jira. Namootni baay’een waan gidduu kanaa “Siyaasa Qamadii” jedhaa jiru.

Osoo ta’ee oomishni biyyaa akka barbaadamutti babal’atee, dinagdeen Itophiyaa guddatee lammiilee ishee beelaa fi hiyyummaan harca’aa jiran dhaqqabdee beelas baastee, isa irraa hafe ammoo DOOLAARA irraa argachuuf gara biyya alaatti gurgurtaaf dhiheessitee waan hunduu jaallatu ture. Dhugaan lafa irra jiru garuu kana hin mul’isu. Kanaafi kan warri qeeqaa jiran “Siyaasa Qamadii” jedhaniif.

===========================================

The first shipment of grain from Ukraine to Africa since the war began has docked in Djibouti.

The MV Brave Commander is carrying 23,000 tonnes of Ukrainian wheat that is bound for neighbouring Ethiopia, which is in desperate need of food aid.

It took two weeks to travel here from southern Ukraine.

This wheat is meant to feed 1.5 million people in Ethiopia for a month but it is not enough for a country facing several humanitarian challenges.

Ukraine and Russia reached a deal with Turkey and the UN last month to open a corridor allowing for food shipments.

Ethiopia, along with other countries in the region, is experiencing a prolonged drought. That, as well as the continued civil war in the northern Tigray region, has left some 20 million people in need of food assistance.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO