๐‡๐ฎ๐ฆ๐ง๐ข ๐–๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š ๐ˆ๐ญ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š, ๐’๐ก๐š๐š๐›๐ข๐ฒ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐๐จ๐จ๐ฅ๐ข๐ฌ๐š ๐…๐ž๐๐ž๐ซ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐‹๐ข๐ฑ๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐จ๐›๐›๐š๐š๐ฌ๐š๐ฆ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง

Humni Waloo Guddaan Lixa Oromiyaatti bobba’aa jira

๐‡๐ฎ๐ฆ๐ง๐ข ๐–๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š ๐ˆ๐ญ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š, ๐’๐ก๐š๐š๐›๐ข๐ฒ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐๐จ๐จ๐ฅ๐ข๐ฌ๐š ๐…๐ž๐๐ž๐ซ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐‹๐ข๐ฑ๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐จ๐›๐›๐š๐š๐ฌ๐š๐ฆ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง

Yeroo ammaa kana humni guddaan waloodhaan qindaaโ€™e sadii duula qindaโ€™aa Oromiyaa irratti banuuf, gara Lixa Oromiyaa Godinoota Wallaggaa Arfanitti, addatti naannoo sochiin jirutti bobbaafamaa akka jiru odeessi maddeenii ni ifoomsa.

Humnootni waloon qindaโ€™anii bobbaasamaa jiran kunniin, Raayyaa Ittisa Biyyaa, Waraana Erteraa (Shaabiyaa) fi Humna Farra Riphee Lolaa Poolisa Federaa (Federal Police Counter Insurgency Force) yoo taโ€™an, meeshaalee gugurdaa hidhatanii bobbaasamaa jiraniin ummata irratti tarkaanfii fudhatu jechuun maddeen ifoomsaniiru.

Kanuma waliin halellaan Xayyaara guddaan tibba kana Oromiyaa golee hedduu irratti fuulleffate ammallee daraan jabaatee itti fufeera.

Waan taโ€™eef, ummatni keenya kana hubatee, dhumaatii biraan akka isa irra hin geenyeef, karaa dandaโ€™uun hamma isaaf dandaโ€™ametti of eeggachuu qabaan dhaamsa keenya belbeltuu dha.

Tuuta taโ€™anii bakka tokko dhaabbachuu, iddoo lolli itti geggeessamutti fiiguu fi sochii hin barbaachisne gochuu irraa akka if qusatu, mana isaa akka taaโ€™u gadi jabeessinee hubachiisna.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO