Yaamicha Hiriira Nagaa Hawaasota Oromoo Jarmaniin

Yaamicha Hiriiraa

Gamtaan Hawaasota Oromoo Jarmanii magaalaa Berlinitti Sadaasa 04,2022tti hiriira mormii sirna mootummaa Bilxiginnaa irratti waamaa jira.

Kaayyoon hiriira kanaa Ajjechaan Jumlaa Oromiyaa keessatti mootummaa PPn ummata nagaa irratti raawwatamaa jiru akka dhaabbatuuf, sagalee ofii mootummaa Jarmanii fi hawaasa addunyaa dhageessifachuu dha.

Hawaasni Oromoo biyya Jarman kanneen haalli isiniif aanjawu hiriira kana irraa qooda fudhachuun sagalee ummata keessanii akka taataniif afeeramtaniittu.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO