Hawaasni Oromoo UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Bilxiginnaa Irratti Deemsise

Hawaasni Oromoo UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Bilxiginnaa Irratti Deemsise

Hawaasni Oromoo Biyya UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Mootummaa PP irratti geggeesse

Hawaasni Oromoo UK Hiriira Balaaleffannaa Sirna Bilxiginnaa Irratti Deemsise

Hawaasni Oromoo Biyya Ingiliziitti argamu guyyaa har’aa Onkoloolessa 27,2022 magalaa London keessatti hiriira mormii ba’uudhaan, ajjechaa jumlaa fi dhiittaa mirgootaa sadarkaa maleetti mootummaan Bilxiginnaa Oromiyaa keessatti ummata Oromoo irraan ga’aa jiru balaaleffate. Hiriirri fakkaataan tibbana Kanadaa Torontoottis deemsisamee jira. Kun waan jajjabeeffamuu fi itti fufamuu qabuudhas.

Suuraan kun wayta hawaasni Oromoo Biyya UK, magaalaa Londonitti hiriira ba’e kan kaasame
SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO