Godina Matakkal Ona Dibaaxii keesatti Mootummaan Bilxiginnaa Ummata jumlaan hidhaa fi dararaa jira

Godina Matakkal Ona Dibaaxii keesatti Mootummaan Bilxiginnaa Ummata jumlaan hidhaa fi dararaa jira

Hidhaan Godina Matakkal keessaa

Godina Matakkal Ona Dibaaxii keesatti Mootummaan Bilxiginnaa Ummata jumlaan hidhaa fi dararaa jira

Torban dabre irraa ergaluun sirni mootummaa Bilxiginnaa Godina Matakkal Ona Dibaaxii gandoota akka Somboo Siree fi Qorqaa keessaa ilmaan Oromoo hedduu qabuun magaalaa Gaalessaatti hidhee dararuutti jira. Hanga ammaatti namoonni maqaan isaanii beekame:-

1. Baqqalaa Joobir

2. Baqqalaa Kitil

3. Yaaddessaa Margaa

4. Waaqgaarii Abbabaa

5. Qixxeessaa Kabbadaa

6. Maaruu Kabbadaa

7. Kumarraa Kabbadaa (sadeenuu obboleeyyan)

8. Haadha warraa Aagaa Kabbadaa fi ijoollee isaa (ammaaf maqaan isaanii hin beekamne).

Isaan kun lammiilee Oromoo jumlaan hidhaman keessaa kanneen maqaan nu gahee dha.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO