• SBO CAAMSAA 31, 2024

    SBO CAAMSAA 31, 20240

    ODUU, Godina Kibba-baha Oromiyaa keessatti Hidhaa, Ajjeechaa fi Manneen Ummataa Gubuun Haalaan Hammaatera, Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abee Dongoroo keessatti lola finxaaleyyii Amaaraa fi RIB gidduutti deemaa jiruun ummatni miidhamaa jira. Namootni baay’eenis hidhattoota Faannoon ajjeefamuu jiraattotni himan…

    READ MORE
  • Hidhaa, Ajjeechaa, Manneenii fi Qabeenya Ummataa barbadeeffamaa jiru – Kibba-baha Oromiyaa

    Hidhaa, Ajjeechaa, Manneenii fi Qabeenya Ummataa barbadeeffamaa jiru – Kibba-baha Oromiyaa0

    Kibba-baha Oromiyaa keessatti maqaa “Shanee deggertu” jedhuun waraanni, milishaan, poolisni, kaabinee fi dabballeen mootummaa PP roorroo fi gidiraa hamaa ummata irraan gahuu itti fufaniiru. Hidhuun, ajjeesuun, manaa fi qabeenya ibiddaan gubanii barbadeessuun hojii guyya guyyaa hidhattoota mootummaa PP Godina Kibba-baha Oromiyaa erga ta’ee bubbuleera. Keessumaa mana ummataa qabeenya waliin gubanii barbadeessuun babal’ateera.

    READ MORE
  • Préstamos de pagar acerca Funcredit opiniones de 5 lustros0

    Artículos sobre objetivo un. Hacer retribución quincenales 2. Realice cualquier pago extra alrededor anualidad 3. Toma un ajetreo lateral 4. Haga uso algún aumento salarial Remediar préstamos acerca de 8 años de vida puede ahorrarle mucho recursos en intereses. Sin embargo, puede demandar cierta sacrificio así­ como creatividad de obtener eficaz añadida todo mes. Unas

    READ MORE
SBO