Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Duutii fi salphinni Oromoo tokkoo, du’aa fi salphina Oromoo waliigalaa ti. Oromoon Oromiyaa keessa jirus tahe biyya ambaa gamtaadhaan ajjeefamuu fi salphifamuu Oromoo dura dhaabbachuun mormuu fi sagalee diddaa dhageessisuun dirqama jenna.
READ MOREODUU, Weerara finxaaleyyiin Faannoo fi poolisootni naannoo Amaaraa Oromoo Walloo irratti bananii jiran ilaalchisuun gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin godhame, Marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Prof.Asaffaa Jaallataa waliin godhe irraa kan fudhatame
READ MOREODUU, Ijoo Dubbii ABO fi Marii SBO
READ MOREAbdii Raggaasaa badii malee hidhaa keessatti hiraarsuun, yakkamaa Abdii Illee hidhaa baasuun furmaata hin fidu!
READ MOREOduu, Du’aan boqotuu Jaal Abdallaa Haaj Leellisoo ilaalchisee Ijoo Dubbii Gaddaa ABO, Marii Chaaneliin Oromiyaa Hayyuu Oromoo Prof.Asaffaa Jaallataa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa lammaffaa fi xumura
READ MOREAddi Bilisummaa Oromoo (ABO)n du’aan boqachuu Jaal Abdallaa Haaj-Leellisoo dhagahutti gaddi itti dhagahame guddaa tahuu ibsa.
READ MOREየኦሮሞ እና የኢትዮጵያ ህዝቦች፣ ሰላም ወዳድ አለም አቀፍ ማህበረሰቦች እና የሰብአዊ መብት ተሟጋች ድርጅቶች ዘግናኝ ግዲያዎች እንዲቆሙና እነዚህ ቡድኖች ለፈጸሙት አሰቃቂ ተግባር ተጠያቂዎች እንዲሆኑ በአጽንዖት ግፊት ኣንዲያደርጉ እንጠይቃለን።
READ MORENamni, gareen ykn angawoonni mootummaa yakkoota suukanneessoo akkanaa raawwatan seeraan akka gaafataman ummatni Oromoo, ummatootni Itoophiyaa fi hawaasni Idil-addunyaa dhiibbaa akka godhan ABOn waamicha isaa dhiheessa. Yakkamtootni yakka hojjetaniif itti gaafatamuu qabu.
READ MOREWhat is abundantly clear from the report and our previous statements about these malicious and terrible acts of abuse, intimidation, torture, and extrajudicial killings is that they are conducted by formally organized government structures – a designated committee referred to as Koree Nageenyaa – and its tentacles extend up to the zonal, woreda, towns, and kebele administrations.
READ MORE