• SBO FULBAANA 15, 2023

    SBO FULBAANA 15, 20230

    ODUU, Waggaa 5ffaa Hogganni ABO biyyatti deebi’e Fulbaana 15, 2023 ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Ajjechaa suukanneessaa waraanni mootummaa PP fi Faannoon harka walkeessa naqachuudhaan Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti raawwatan irratti jiraattotaa fi warra madaa’ee miliqe dubbisneerra.

    READ MORE
  • Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu – Ijoo Dubbii ABO

    Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu – Ijoo Dubbii ABO0

    Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n yoom iyyuu caalaa onnee ummata bal’aa keessa jira. Har’as boris ABOn jiraataa dha. Rakkoo fi danqaan fedhe isa quunnamu illee deggersaa fi tumsa ummatni bal’aan Oromoo isaaf taasisu galaa godhatuudhaan, hanga akeeka qabsoo geggeessuu galiin ga’utti sochiin isaa guyyaa tokkoof illee hin dhaabbatu daranuu jabaatee itti fufa.

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 13, 2023

    SBO FULBAANA 13, 20230

    ODUU, Ukkaamsamuu Obbo Asfawuu Tolasaa ilaalchisee marii gabaabaa haadha warraa warraa fi hiriyaa isaa waliin, akkasumas ajjechaa dargaggoo Daangaa ilaalchisee marii jiraataa naannoo waliin

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 08, 2023

    SBO FULBAANA 08, 20230

    ODUU, Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban. Marii Miidiyaan SNN haala yeroo Oromiyaa fi ummata Oromoo irratti Jaal Dinqinash Dheeressaa fi Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin geggeesse irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 06, 2023

    SBO FULBAANA 06, 20230

    ODUU, Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Danda’an, Marii haala Oromoo fi Oromiyaa irratti Dr.Dassaaleny Guyyoo fi Aadde Dinqinesh Dheeressaa SNN waliin godhame irraa kan fudhatame kutaa duraa

    READ MORE
  • Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban.

    Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban.0

    Har’a qe’een Oromoo Bahaa-dhihatti, Kaabaa-Kibbatti, Giddu-galeessaan waraana sirna bilxiginnaan goolamaa jira. Qe’een Oromoo dirree dhiigaa fi boo’ichaa, iddoo ijoolleen Oromoo akka bineensaatti maatii jalaa adamsamanii yakkaa fi bal’eessaa tokko malee maqaan “Shanee ykn Abbaa Torbee” jedhu itti maxxansamee jumlaan itti ajjeesamaa, reebamaa fi hidhaatti guuramaa jiranii dha.

    READ MORE
SBO