SBO EBLA 09,20230
- SUUR-SAGALEE
- April 10, 2023
Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo
READ MORE
ODUU, Haala Yeroo Irratti Marii Qondaala ABO Jaal Girmaa Nagaasaa waliin geggeeffame
READ MORE
Hariiroon Mootummoota Ollaa Waliin Taasifamu Lammiileedhaaf Bu’aa Gaarii Argamsiisuu irratti Xiyyeeffachuu qaba. Waliigaltee Waraanaa Haaraa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Marii Waadaa Miidiyaan Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin godhe kutaa xumuraa

Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15nii ilaalchisuun qophii gabaabaa Gootota Wareegamtoota Oromoo jedhu jalatti qindeessamee fi gaaffii fi deebii jiraataa Godina Shaggar Bahaa Ona Booset waliin godhame.
READ MORE
ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Miseensa SHG-ABO Jaal Jabeessaa Gabbisaa waliin godhame
READ MORE
ODUU, Haala yeroo addatti dhimma Waltajjii Marii Muummichi Ministeeraa Dr.Abiy Ahimad dhaabota/paartilee siyaasaa mormitootaaf taasisee fi yaamicha kana kufaa taasisuu dhaabota kaanii ilaalchisee marii miseensa SHG-ABO Jaal Jabeessaa Gabbisaa waliin godhame
READ MORE