๐Œ๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐ข ๐†๐’-๐€๐๐Ž ๐‰๐š๐š๐ฅ ๐Œ๐จโ€™๐ข๐›๐จ๐จ๐ง ๐๐š๐ช๐ช๐š๐ฅ๐š๐š ๐†๐š๐ฅ๐ ๐š๐ฅ๐š ๐Š๐š๐ง๐š ๐‘๐š๐ฌ๐š๐š๐ฌ๐š ๐‹๐š๐ฆ๐š๐š๐ง ๐‘๐ฎ๐ค๐ฎ๐ญ๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐‡๐จ๐ฌ๐ฉ๐ข๐ญ๐š๐š๐ฅ๐š ๐’๐ž๐ž๐ง๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ƒ๐ก๐š๐ ๐šโ€™๐š๐ฆ๐ž

Jaal Mo’ii Baqqalaa irratti haleellaa fudhatameen wareegame

Yeroo adda addaatti hidhaan gidirsamaa fi sochii dargaggoota Oromoo keessatti qooda guddaa qabaachaa kan ture miseensi Gumii Sabaa ABO J/Moโ€™iboon Baqqalaa Onkoloolessa 12,2022 guyyaa harโ€™aa galgala kana naannoo Saansuusii jedhamutti haala nama gaddisiisuun rasaasa lamaan mataa irra rukutamee hospitaala Abeet jedhamu naannoo Goojjam Baarrandaatti argamutti waldhaansa irra akka jiru ibsameera.

Akka odeessi arganne ibsutti Jaal Moโ€™iboon hanga ammaatti lubbuudhaan jira. Haleellaan irratti raawwatame ulfaataa waan taโ€™eef, lubbuu isaa hambisuudhaaf namnuu waan dandaโ€™uun itti dirmatuu qaba jenna.

Sirna mootummaa Bilxiginnaa jalatti miseensii fi deggeraan ABO, darbees sab-boontotnii fi qeerroon Oromoo nagaan baโ€™anii galuun kan yeroo kamii caalaatti ulfaataa taโ€™aa dhufuu tarkaanfii gaddisiisaa fi rifaasisaan dargaggoo Moโ€™iboon Baqqalaa irratti fudhatame ragaa guddaa dha.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO