๐๐ž๐ ๐ข๐ข๐ง ๐—๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ซ๐š ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐๐ข๐ฅ๐ญ๐ฌ๐ข๐ ๐ข๐ง๐ง๐š๐š๐ง ๐‡๐š๐ฅ๐ž๐ž๐ฅ๐š๐ฆ๐š๐š ๐‰๐ข๐ซ๐ญ๐ข

Haleellaa xayyaaraa gandoota Ona Begii keessatti raawwatameen namootni 50 ol ajjeesaman

๐๐ž๐ ๐ข๐ข๐ง ๐—๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ซ๐š ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐๐ข๐ฅ๐ญ๐ฌ๐ข๐ ๐ข๐ง๐ง๐š๐š๐ง ๐‡๐š๐ฅ๐ž๐ž๐ฅ๐š๐ฆ๐š๐š ๐‰๐ข๐ซ๐ญ๐ข

Mootummaan Biltsiginnaa xayyaaraa fi humna lafoon Oromiyaa weeraree dhiiga ummata Oromoo akka bishaanii gadi naqaa jiru, guyyaa harโ€™aa kana Begii haleelaa jira.

Akka oduun SBO dhaqqabe ibsutti xayyaarotni waraanaa mootummaa Biltsiginnaa Mudde 05,2022 yeroo ammaa kanatti Godina Wallagga Lixaa Ona Begii ganda Shalxaa jedhamu xayyaara waraanaa MIG-29 jedhamuun haleelaa jira.

Haleellaa kanaan lammiilee nagaan hedduun akka ajjeesamanii fi qabeenyi ummataa gubataa jiraachuu oduun kun ifa godha.

Haala Networkiin citee jiru keessatti ummatni keenya haleellaa qilleensa irraa fi humna lafoon weeraramee jira kan jedhu oduun kun, dhumaatiin suukanneessaan dhaqqabuu akka dandaโ€™u illee akeeka.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO