๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐๐ซ๐๐๐ง๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ซ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira. Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu. Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa
๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐๐ซ๐๐๐ง๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ซ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ
Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira.
Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu.
Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa fi Godinootni Harargee bakkoota duulli kun bal’inaan keessatti geggeessamaa jiruu dha.
Dargaggootni karaa irraa akka horiitti hidhattoota sirna Bilxiginnaan qabamanii gara mooraa leenjii waraanaatti geessamaa jiran. Maatiin ijoollee isaaf dirmatnaa godhullee, hambisachuu hin dandeenye. Kanneen maallaqa qaban horii kennanii ilmoo isaanii hambisachuuf yoo yaalan, inni homaa hin qabne harka maratee ilaaluu qofa
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *