๐๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ฌ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐จ๐ซ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐โ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐ ๐๐๐ณ๐๐๐ฑ๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ ๐ฅ๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ญ๐๐ ๐๐๐ซโ๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐ข๐ก๐๐๐ญ๐๐ง. Miseensotni Koree Mootummaa Ceโumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa galmee Qaasim Abdullaahii jalatti himataman namootni 17 gaazzexeessitoota ONN lama dabalatee guyyaa harโaa Onkoloolessa 07,2022 ALItti 27/01/2015 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Calcaliitti dhihaataniiru. Mirgi wabii isaan gaafatan hanga ammaatti kan hojii irra hin
๐๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ฌ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐จ๐ซ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐โ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐ ๐๐๐ณ๐๐๐ฑ๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ ๐ฅ๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ญ๐๐ ๐๐๐ซโ๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐ข๐ก๐๐๐ญ๐๐ง.
Miseensotni Koree Mootummaa Ceโumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa galmee Qaasim Abdullaahii jalatti himataman namootni 17 gaazzexeessitoota ONN lama dabalatee guyyaa harโaa Onkoloolessa 07,2022 ALItti 27/01/2015 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Calcaliitti dhihaataniiru.
Mirgi wabii isaan gaafatan hanga ammaatti kan hojii irra hin ooliniif yoo taโu, dhaddacha harโa ooleen ragaan biraa dhihaatuun hubatameera. Ragaan dhihaates akka barbaadanitti taโuu waan dadhabeef Abbaan Alangaa addaan kuteera.
Manni Murtii beellama biraa Akka Lakkoobsa Itophiyaatti jiโa itti aanu gaafa 24,2015tti qabuunis hubatameera.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *