Paarlaamaan Gamtaa Awuroppaa Itoophiyaa irra qoqqobbiin bittaa meeshaalee waraanaa akka kaa’amuuf wixinee qopheesse jedhame.

Paarlaamaan Gamtaa Awuroppaa Itoophiyaa irra qoqqobbiin bittaa meeshaalee waraanaa akka kaa’amuuf wixinee qopheesse jedhame.

Gamtaan Awuroppaa Itophiyaa fi Erteraa irra qoqqobbiin meeshaa waraanaa akka kaa’amu yaada dhiheesse

Paarlaamaan Gamtaa Awuroppaa Itoophiyaa irra qoqqobbiin bittaa meeshaalee waraanaa akka kaa’amuuf wixinee qopheesse jedhame.

Paarlaamaan Gamtaa Awuroppaa Itoophiyaa irra qoqqobbiin bittaa meeshaalee waraanaa akka kaa’amuuf wixinee qopheesse jedhame.

Waraana Kaaba biyyattiitti godhama jiru dhaabsisuu dadhabuu isaanitiif mana marii nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii fi Gamtaa Awuroppaa miseensonni paarlaamichaa qeeqaniiti jiru.

Bittaa fi daddabarsi meeshaalee waraanaa gara Itoophiyaa fi Eritiriyaatti akka hin godhamne ugguramuu qabu jechuunis yaada dhiyeessaniiru.

Kana malees dhaabbileen maallaqaa addunyaa yeroo liqaa biyyattii irra jiru deebisuu dheeressuu hin qabanii jedhan.

Waraana Itoophiyaa keessa jiruun badii guddaan gahuu eeranii, humnoonni nagaa eegdotaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Itoophiyaatti bobbaafamuu akka qabanis dubbataniiru.

Mootummaan Itoophiyaa himata hawaasa addunyaatiin itti dhihaatu cimsee balaaleffataa ture

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO