Haleellaa Jaal Mo’iboon Baqqalaa irratti raawwatame ilaalchisuun Odeessa ABO irraa
Miseensa Gumii Sabaa ABO kan taโee J/Moโiiboon Baqqalaa galgala kana mana jireenyaa isaatti rasaasaan rukutamee yaalaadhaaf hospitaala jiraachuu odeeffannoon caasaa keenyaan nu qaqabee jira.
Miseensonnii fi qondaaltonni ABO heedduu biyya kana keessatti haalli wal fakkataan isaan irra gaโaa tureera.
Ammas ABOn gochaa akkanaa addatti miseensota isaa fi qondaaltota isaa irratti aggammatee raawwatamaa jiru balaalleffataa, haala miseensa GS-ABO J/Moโiiboon Baqqalaa irra jiru duukaa buunee Odeessa guutuun yoo argamuu kan isiiniif dhaamnu taโa.
Injifannoon Ummata Balโaaf!
Adda Bilisummaa Oromoo
Onkolooleessa 12, 2022.
Finfinnee
Sagalee Bilisummaa Oromoo












Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *