Mootummaan Bilxiginnaa Maanguddoo Oromoo Obbo Dhaqqabaa Waariyoo Hidhuun dhaga’ame.

Jaarsaa fi jaartii, ijoollee fi nama guddaa osoo addaan hin baasne duula hidhaa fi ajjechaa guutuu Oromiyaa keessatti akkaan hammeessee geggeessaa kan jiru mootummaan Bilxginnaa, Amajjii 13,2023 ganama har’aa hidhattoota isaa Shaashamanneetti kan argamu mana Obbo Dhaqqabaa Waariyoo erga weerarsiisee booda, Obbo Dhaqqabaa Waariyoo qabee hidhee jira.

Maanguddoo Oromoo Obbo Dhaqqabaa Waariyoo amma duras yeroo garagaraatti mootummaa Bilxiginnaan qabamanii manneen hidhaa adda addaa keessatti hiraarsamaa kan turan yoo ta’u, akkasuma bara mootummaa wayyaanee/EPRDFis  hidhamanii hiraarsamaa kan turanii dha.

Maanguddoo Oromoo Obbo Dhaqqabaa Waariyoo bara mootummaa wayyaanee/EPRFis ta’e bara mootummaa abbaa irree Bilxiginnaa kana keessa kan hidhamaa turanii fi ammas hidhamaniif badii qabaatanii osoo hin taane, Oromummaa fi sab-boonummaa isaaniitti akkasumas kaayyoo itti amanan irratti jabaatanii waan mul’ataniifi.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO