SBO GURRAANDHALA 05,2023

ODUU, Oromoota Walloo cabsuuf, lafa isaanii irraa buqqisuu fi kuffisuuf duulli baroota hedduuf irratti geggeessame; weerarri dhihoo kanaas itti fufuma kanaa ti. Kana irratti kan fuulleffate TOOFTAA ITTIIN WALLOO CABSAN….
Godina Wallagga Bahaa magaalaa Aannoo keessatti tibbana waraanni mootummaa Bilxiginnaa dargaggoota 15 ol ajjeeseera; jiraataan magaalattiis kana mirkaneesse.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO