๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐€๐ฃ๐š๐ง๐๐š๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž ๐š๐ฌ ๐›๐š๐š๐ฌ๐š๐ง๐ข.

๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐€๐ฃ๐š๐ง๐๐š๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž ๐š๐ฌ ๐›๐š๐š๐ฌ๐š๐ง๐ข.

Akkamitti haala ummatni kun bifa gaddisiisaa kanaan waan of harkaa qabu cufaan harcaโ€™aa jiruu ajandaan ummata gara biraatti harkisu bocama? Kun itti yaadamee kan godhame; galii mataa isaa qaba.

๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐€๐ฃ๐š๐ง๐๐š๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž ๐š๐ฌ ๐›๐š๐š๐ฌ๐š๐ง๐ข.

Yeroo malee Ajandaa hin taane fiduun kun akkanumaan waan dhufe miti; itti yaadamee herregaan waan godhame.

Silaa amma kan taโ€™uu male, ummata keenya Booranaa haala hamtuu keessa jiru dandamachiisuu fi dhaqqabuuf duula Oromoon akka sabaatti jiru daran jabeessanii itti fufsiisuu dha.

Akkamitti haala ummatni kun bifa gaddisiisaa kanaan waan of harkaa qabu cufaan harcaโ€™aa jiruu ajandaan ummata gara biraatti harkisu bocama? Kun itti yaadamee kan godhame; galii mataa isaa qaba.

Oromoon garuu kana beekuu dandaโ€™uu dha qaba. Osoo taโ€™ees kan falmannu ganda, ona ykn godinaa osoo hin taane akka biyyaatti Oromiyaa falmanna. Akka sabaatti mirga mulqame falmanna.

Warri aangoo biyya bulchuu of harkaa qabna jedhanis marii fi fedha ummataan alatti caasaa qubsumaa ummatni barootaaf ittiin jiraate waljala dhahuun diigumsa uumuu irraa of qusatuu qaban.

Fedhiin ummataa keessa hin jiru taanaan, yaadni ummata harkaa hin fuudhamne taanaan deemsi abbaa irrummaa akkanaa dhaabbachuu fi ajandaan ummata gidduutti goolii uumu kun kaโ€™uu dha qaba.

Ajandaa waldura nama dhaabu amma akka haaraatti bocamee gadi baโ€™e kanaan ummatni keenya tokkummaan isaa akka hin sharafamneef ciminaan eeggachuu qaba jechaa, ammas xiyyeeffannaan keenya ummata keenya baraaruutti haa deebiโ€™uun dhaamsa keenya.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO