Daraaraan hidhattoota mootummaan Oromoota Karrayyuu irratti raawwatamu ammallee itti fufee jira. Miseensa tuuta Gadaa Michillee warra waraanni mootummaa dhiheenya reebicha hamaa irratti geggeesse baay’ee dha. Walumaagala Karrayyuun har’as miidhama ulfaataa jalatti argama.
Gaaffii fi deebii Waadaa Miidiyaan haala yeroo irratti Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin taasise Youtubii miidiyichaa irraa arganne kutaa jalqabaa
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *