BBC News Afaan Oromoo fi Addis Standard gabaasaalee madaalawoo kan ummata keenyaaf dhiheessaa turanii fi jiran ta’uun kan hin haalamne ta’ullee, Adda Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun gabaasni tibbana dhiheessan garuu dogoggorootaan kan guutaman, seenaa dhaabichaa jal’isuu fi waliin dhahuun kan guutaman ta’uutti hubatama.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *