Oduu, Waldaan Gargaarsa Oromoo (ORA)n torban darbe kana gara Lixa Wallaggaa Ona Begiitti sossohuun ummata beelaa fi weerara dhibee busaan miidhamaa jiruuf gargaarsa godhee deebi’eera. Dhimmuma kana irratti hundaa’uun SBOn dura ta’aa waldichaa Obbo Addunyaa Keessaa waliin gaaffii fi deebii godhee jira.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *