๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ข๐ง๐š ๐›๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š๐š๐Ÿ ๐ฑ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ง ๐ฅ๐š๐š๐ง๐ง๐ž, ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ข๐ง๐š ๐ช๐จ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐š๐š๐ง ๐ž๐ž๐ ๐š ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐ก๐š๐ช๐ช๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ž

Barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa kan seensa Yunversitiif walitti qabaman irra miidhaan dhaqqabe

๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ข๐ง๐š ๐›๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š๐š๐Ÿ ๐ฑ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ง ๐ฅ๐š๐š๐ง๐ง๐ž, ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ข๐ง๐š ๐ช๐จ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐š๐š๐ง ๐ž๐ž๐ ๐š ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐ก๐š๐ช๐ช๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ž

Dubbiin Barattoota Oromoo bara kana qormaata Biyyaalesaa kutaa 12ffaa akka fudhataniif haala baay’ee rakkisaan walitti guuranii hedduu ulfaatuun bal’inaan kan gabaasamaa jiru yoo tahu, iddoo adda addaatti balaa garagaraan haga lubbuun ba’utti miidhamaa jiraachuรน isaaniitu himamaa jira.

Dhiheenyuma kana Godina Arsii fi Jimmmaa irraa gara Yunivarsitiitti imalaa kan turan balaa konkolaataan akka miidhaman dhaga’ameera. Sababa networkiin hin jirreef balaa fakkaataa uumaman gabaasuun rakkoo akka ta”es himameera.

Gama biraan oduun galgala kana Naqamteerraa ba’aa jiru akka mul’isutti Yunversitii Wallaggaa keessa nageenyi hin jiru.

Oduun ba’aa jiru akka ibsutti har’a gara galgala kanaa barattootni nyaata summa’aa nyaatanii 2 battalatti oggaa du’an, kaan gara mana waldhaansaatti geessamuu hubachiisa. Kaleessa galgala reebichi akka turee fi barattootni dhiphina keessatti akka kufanis kanneen ibsan jiru.

Haalli moorichaa dhiphataa waan ta’eef waan jiru sirnaan adda baafachuun ammaaf rakkoo dha.

Mootummaan qulqullina barnootaaf xiyyeeffannoo hin laanne, qulqullina qormaataan eega yaada jedhuun, barattoota akka midhaaniitti konkolaataatti fe’uun karaan bututchee, qorqalbii isaanii miidhuun gamatti, balaa lubbuu baasuu fi qaamaa hir’isuu irraan ga’aa jira.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO