Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.
๐๐ซ๐ซ๐๐๐๐ก๐ข ๐๐จ๐ซ๐ ๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ง๐ง๐๐ ๐๐ค๐ค๐๐๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ง๐ ๐๐ข๐ฅ๐ฑ๐ข๐ ๐ข๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ฆ๐ ๐๐๐ฌ๐๐ฆ๐
[SBO – ONKOLOOLESSA 01,2022] Hirmaattotni Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee yaada isaanii SBOf laatan akka ibsanitti, jalbultii ayyaanichaa irraa jalqabee caasaaleen Bilxiginnaa Godinaa hanga Onaatti warra sirnicha jalatti hammatamanii jiran qofaaf haala mijeessaa turuu ibsuun, ummata kaan danqaa akka turan hubachiisu. Taโe jedhanii konkolaattota balโeessuu fi akka hin sossoone ugguruun ummatni gara Finfinneetti ayyaana kanaaf baayโinaan akka hin imalle danqaniiru jedhan.
Godinoota Oromiyaa adda addaa irraa ummatni baayโinaan Ayyaana Irreechaa Hora Finfinneetti akka hin hirmaatne Autobusotallee karaatti dhaabanii ummatni gara dhufetti akka deebiโu godhaniiru kan jedhan namootni SBOn dubbise, fagoon hafee asuma Amboo irraayyuu ummata dhorkaa turan jedhan. Ummata Lixa Oromiyaa irraa gara Finfinneetti ayyaana kanaaf sossohaa ture irratti ammoo xiyyeeffannaa addaa kennuun akka malee akka ugguranis himaniiru.
Dhiibbaa fi dhorkaan jiraatus, ummatni addatti ammoo kaโimman Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee irratti argamuuf ijibbaata godhaniin baayโeen irraa qooda fudhatuuf milkaaโuu addeessu.
Irreechi Hora Finfinnee walumaagalatti ukkaamsaa sirna Bilxiginnaa jalatti kan geggeeffamee dha kan jedhan hirmaattotni, mootummaan PP haala Oromiyaa keessa jiru waan beekuuf, duguuggaa sanyii saba Oromoo irratti sirna isaa fi caasaa isaan ummata irra gaโaa jiru waan hubatuuf, ummatni kun baayโinaan yo walitti dhufe na irratti fincila dhoosa sodaa jedhuun dhiphatuu addeessan.
Waraanni mootummaa, hidhattootni caasaalee garagara sirnichaa, addatti ammoo humni Kumaandoo jedhaman dargaggoota irratti bobbaasamanii reebichaa ulfaataa fi hidhaa raawwatanis, Qeerroon ummata sirna kanaan akka malee miidhamaa jiruuf, lammiilee Oromoo qeโee isaanii irraa humna mootummaa fi Faannoon buqqisamanii alatti hafaniif sagalee akka dhageessisan, gaaffii mirgaallee akka kaasan hirmaattotni kunniin ni addeessu.
Ayyaanni Irreechaa Bishooftuu Hora Arsadee ammoo Onkoloolessa 02,2022 Dilbata borii kan kabajamu oggaa taโu, ummatni baayโinaan gara sanatti imalaa akka jiru barameera.
Politicians have looked weak in the face of such natural disaster, with many facing criticism from local residents.
For those affected by flooding however, their immediate concerns are not necessarily about the manmade changes to the earthโs atmosphere. A YouGov poll from February found that while 84% of those surveyed believed Britain was likely to experience similar extreme weather events in the next few years, only 30% thought it was connected to man-made climate change. Politicians have looked weak in the face of such disaster.
There is no evidence to counter the basic premise that a warmer world will lead to more intense daily and hourly rain events. When heavy rain in 2000 devastated parts of Britain, a later study found the climate change had doubled the chances of the flood occurring, said Julia Slingo.
Sagalee Bilisummaa Oromoo














Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *