SBO SADAASA 10, 2023

Ajjeechaa Suukaneessaa Lixa Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa Ona Gimbii ganda Gaccii jedhamutti abbaa fi Ilma Waraanni Mootummaa ajjeesee fi Kaaba Oromiyaa Godina Addaa Wallootti tibbana lola finxaaleyyiin Amaaraa Fannoon ummata irratti taasisuun Lubbuu namoota hedduu galaafatuu fi hedduu madeessuu irratti gaaffii fi deebii SBOn jiraattota naannoo waliin taasise,

Sadaasa 04, 2023 sirni eebba Kitaaba Jaalle Lammii Beenyaa karaa Zoomiitiin geggeeffamuun isaa ni yaadatama. SBOs sirna eebbaa kanaa ilaalchisee gabaasaalee qindeesse kutaa duraa fi lammaffaa isinii dhiheessuun kan yaadatamu. Sagantaa har’aa keessatti ammoo kutaa sadaffaa fi isa dhumaa…

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO