Oduu, Kibba-baha Oromiyaa Ona Gadab Asaasaa keessaa maqaa WBO deggertu jedhuun Biltsiginnaan ummata dararaa jira. Kana irratti jiraattota naannoo dubbisneerra.
Marii Miidiyaan Dhaddacha Oromoo haala waliigalaa Oromiyaa keessaa fi cunqursaa ummata Oromoo irra PPn geessifamaa jiru irratti marii hayyoota Oromoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa jalqabaa
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *