SBO MUDDE 22, 2023

Guutummaa golee Oromiyaa keessatti waraanni murna Biltsiginnaa dargaggoota humnaan qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti geessaa jira. Dargaggoon miliqee harkaa baafate SBOtti waan dubbate qaba.

Godina Matakkalitti mootummaan PP waraana bifa haaraan ummata irraatti banee dhiibbaa fi dhiittaa guddaa dhaqqabsiisaa jira jechuun jiraattonni komataa jiru. Komii jiraattonni kaasan irratti jiraataa Godina Matakkal Obbo Margaa Tolosaa waliin SBOn marii taasiseera. Kutaa jalqabaatu dhihaata.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO