SBO AMAJJI 03, 2024

ODUU, Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Ona Hoorroo Bulluqitti finxaaleyyiin Amaaraa babalโ€™ifannaa lafaa fi saamicha qeโ€™ee fi qabeenya Oromoof bobbaโ€™an qonnaan bulaa Obbo Taaddalaa Tarfaasa gaafa 19, 05, 2016 A.L.I tti bakka loon isaa bobbaafatee jirutti ajjeesanii akka biraa deeman ilmi isaanii Abbabaa Taaddalaa SBOtti himee jira.

Gaaffii fi deebii miseensa hoogganaa ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo waliin goone kutaa lammaffaa fi xumura

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO