ODUU, Tarkaanfii Suukaneessaa Waraanni Paartii Biltsiginnaa Itti Gaafatamummaan Itti Hin Dhagahamne Oromiyaa Keessatti Ummata Nagaa Irratti Fudhatu Yakka Ilma Namummaa Irratti Kan Raawwatamee dha. Ibsa ABO
Namoota torbanoota darban keessa Ona Begii keessatti ajjeefaman keessaa tokko Obbo Abdulkarim Fufaa ti. Mucayyoon Obbo Abdulkarim kan amma biyya Sa’ud Arabiyaatti argamtu shamarree Iftuu Abdulkarim waa’ee ajjeefamuu abbaa ishee irratti SBO waliin gaaffii fi deebii gootee jirti.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *