Irreecha Hora Finfinnee Irratti Namootni 184 Ol Ta’an Hidhattoota Mootummaa Bilxiginnaan Hidhaman

Irreecha Hora Finfinnee Irratti Namootni 184 Ol Ta’an Hidhattoota Mootummaa Bilxiginnaan Hidhaman
Britons are never more comfortable than when talking about the weather.John Smith, Flickr.

Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

Irreecha Hora Finfinnee Irratti Namootni 184 Ol Ta’an Hidhattoota Mootummaa Bilxiginnaan Hidhaman

[SBO – ONKOLOOLESSA 04,2022] Jal-bultii Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee irraa qabee Qeerroo hedduun humnoota tikaa mootummaa Bilxiginnaan bakka addaa addaatii butamanii hidhamaanii jiru.

Dargaggoo Hunduma Sarbeessa Godina Addaa magaalaa Sulultaa kan tahe Fulbaana 30,2022 jalbultii kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee irratti butamee eessa akka jiru hin beekamne. Maatii fi hiriyootni isaas quba hin qaban.

Dargaggoo Aleex Taayyee jedhamus mana jireenya isaa magaalaa Finfinneetii qabamee hanga ammaatti eessa akka buusame hin baramin jira.

Irreecha Hora Finfinnee irraa namootni 184 ol ta’an bal’eessaa tokko malee hidhattoota sirna PPn qabamanii mana hidhaa tokkotti hidhamuu kan gabaasan maddeen keenya, kanneen keessaa 164 bultii lama booda yo gadhiisan illee, namootni 20 hanga ammaatti hidhaa irraa hin gadhiisamin akka jiran hubachiisu. Academy Poolisii Finfinneetti namootni 18 ol ta’an hidhamanii akka jiranis ibsameera.

Irreecha Hora Arsadii irrattis dargaggootni rifeensi isaanii dhedheeraa ta’e humnoota hdhattoota mootummaan qabamuu kanneen ijaan argan gabaasaniiru.

6 comments
SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

6 Comments

  • Linda Gareth
    March 6, 2015, 3:47 pm

    Donec ipsum diam, pretium maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt risus id interdum primis orci cubilla gravida.

    REPLY
  • Alex Holden
    March 6, 2015, 3:47 pm

    Maecenas dolor, sot donec ipsum diam, pretium gravida nulla maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt.cubilla gravida.

    REPLY
  • Lian Holden
    March 6, 2015, 3:48 pm

    Donec ipsum diam, pretium maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt risus id interdum primis orci cubilla gravida.

    REPLY
  • Debora Hilton
    March 6, 2015, 3:48 pm

    Maecenas dolor, sot donec ipsum diam, pretium gravida nulla maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt.cubilla gravida.

    REPLY
  • Anna Shubina
    March 6, 2015, 3:48 pm

    Donec ipsum diam, pretium maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt risus id interdum primis orci cubilla gravida.

    REPLY
    • Heather Dale@Anna Shubina
      March 6, 2015, 3:49 pm

      Maecenas dolor, sot donec ipsum diam, pretium gravida nulla maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt.cubilla gravida.

      REPLY

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO