๐Œ๐š๐š๐ช๐š๐š ๐ƒ๐ž๐ž๐ ๐ ๐š๐ซ๐ฌ๐š ๐‘๐ˆ๐ ๐‰๐ž๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐‡๐ข๐ซ๐š๐š๐ซ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐‰๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ž๐ž ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐ฎ๐Ÿ๐ž๐ž ๐‰๐ข๐ซ๐š.

Britons are never more comfortable than when talking about the weather.John Smith, Flickr.

Maecenas mauris elementum, est morbi interdum cursus at elite imperdiet libero. Proin odios dapibus integer an nulla augue pharetra cursus.

๐Œ๐š๐š๐ช๐š๐š ๐ƒ๐ž๐ž๐ ๐ ๐š๐ซ๐ฌ๐š ๐‘๐ˆ๐ ๐‰๐ž๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐‡๐ข๐ซ๐š๐š๐ซ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐‰๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ž๐ž ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐ฎ๐Ÿ๐ž๐ž ๐‰๐ข๐ซ๐š.

[SBO – ONKOLOOLESSA 03,2022] Akka Odeessi nu gahaa jiru mirkaneessutti Godina Jimmaa Onoota hunda keessatti deeggarsa Raayyaa Itti Biyyaa kan jechuun ummata ofii isaayyuu jireenyi itti ulfaatee jiru dirqisiisaa akka jiranii fi kanneen maallaqa sana kaffaluu dadhaban ammoo mana hidhaatti guuramaa jiru.
Kanaan alas yeroo ammaa dargaggoota hedduu goyyoomsanii gara mooraa waraanaatti ergaa akka jiran maddeen keenya ifoomsanii jiru.
Dargaggoota hedduu goyyoomsuun gara mooraa waraanatti ergaa kan jiran Poolisoota magaalaalee fi Maayibaasii irratti ramadamanii jiran akka taโ€™e maddeen ibsanii jiru. Haalli akkasii onoota fi magaalota Godinoota Jimmaa keessatti baayyinaan geggeeffamaa jira.
Magaalaa Jimmaa keessatti dargaggoota adamsanii hidhuun itti fufeera kan jedhan maddeen, keessattuu namoota waraqaan eenyummaa isaanii Lixa Oromiyaa taโ€™e akkasumas kanneen Godina sanaan ala taโ€™anii hojii humnaa hojjetanii magaala sana keessa jiraatan ukkamsamaa akka jiran maddeen ifoomsaniiru.
Gama biraan Godinuma kana Ona Sokorruu Ganda Abbaltii jedhamutti ramadamee kan jiru Poolisiin Asraat jedhamu dargaggoota naannoo sanii goyyoomsuun gara waraanaatti ergaa akka jiru odeessa arganne irraa baruun dandaโ€™ameera. Gandoota Mayibasii Abaltii jala jiran hunda keessatti ummanni dirqiin maallaqa akka buusu dirqamsiifamaa jiraachuu fi yoo kan hin kaffalle taโ€™e ammoo hidhamaa jiraachuu maddeen ni hubachiisu.
Haalli kun gandoota naannawa sanii kanneen akka Abbaltii, Beedee, Adaamii, Baddeeyyii, Tiiroo-Qumbii fi kanneen biroo keessatti baayyinaan raawwatamaa jiraachuu maddeen addeessanii jiru.
2 comments
SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

2 Comments

  • Linda Gareth
    March 6, 2015, 2:51 pm

    Donec ipsum diam, pretium maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt risus id interdum primis orci cubilla gravida.

    REPLY
  • Alex Holden
    March 6, 2015, 2:52 pm

    Maecenas dolor, sot donec ipsum diam, pretium gravida nulla maecenas mollis dapibus risus. Nullam tindun pulvinar at interdum eget, suscipit eget felis. Pellentesque est faucibus tincidunt.cubilla gravida.

    REPLY

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO