Yakki Waraanaa Ulfaataa fi Hammaataan Waraanni Biltsiginnaa fi Faannoon Qindoominaan Ummata Meesha Maleeyyii Irratti Raawwatan Yakka Namoomaa Qaama Kamiinuu Balaaleffatamuu Qabuu dha – Ijoo Dubbii ABO0
- IJOO DUBBII
- June 19, 2024
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n yakka waraanaa irra deddeebiin ummata meesha maleeyyii irratti Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Faannoon raawwatamu gadi jabeessee balaaleffata, duras dhaabbata.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo









