Addi Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Miseensa isaa Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame gadi-jabeessee Balaaleffata – Ibsa ABO1
- IBSOOTA
- April 10, 2024
Naga jaal’attootni addunyaa fi mirga ilma namaaf Dhaabbileen falman hundi ajjechaan Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame qaama bilisaan akka qoratamuuf akka hojjatan ABOn jabeessee gaafata!
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo










