• SBO FULBAANA 20, 2023

    SBO FULBAANA 20, 20230

    ODUU, Murni waliin dhahiinsaan mootummaa of godhe, badii dhalche malee, abdii hin taane! Ajjechaa jumlaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti ta’ee fi haala waliigalaa Godina Baha Wallaggaa keessa jiru irratti marii jiraataa godinichaa waliin taasisame

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 18, 2023

    SBO FULBAANA 18, 20230

    ODUU, Ajjechaa jumlaa Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaa keessatti walitti fufiinsaan guyyoota sadiif ummata nagaa irratti raawwatame ilaalchisee Ijoo Dubbii ABOn Fulbaana 15, 2023 baase fi marii Miidiyaan Dhaddacha Oromoo hayyoota Oromoo lama Dr.Tasfaayee Raggaasaa fi Dr.Makbib Gabayyoo waliin godhe irraa kan fudhatame

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 15, 2023

    SBO FULBAANA 15, 20230

    ODUU, Waggaa 5ffaa Hogganni ABO biyyatti deebi’e Fulbaana 15, 2023 ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Ajjechaa suukanneessaa waraanni mootummaa PP fi Faannoon harka walkeessa naqachuudhaan Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti raawwatan irratti jiraattotaa fi warra madaa’ee miliqe dubbisneerra.

    READ MORE
  • Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu – Ijoo Dubbii ABO

    Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu – Ijoo Dubbii ABO0

    Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n yoom iyyuu caalaa onnee ummata bal’aa keessa jira. Har’as boris ABOn jiraataa dha. Rakkoo fi danqaan fedhe isa quunnamu illee deggersaa fi tumsa ummatni bal’aan Oromoo isaaf taasisu galaa godhatuudhaan, hanga akeeka qabsoo geggeessuu galiin ga’utti sochiin isaa guyyaa tokkoof illee hin dhaabbatu daranuu jabaatee itti fufa.

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 13, 2023

    SBO FULBAANA 13, 20230

    ODUU, Ukkaamsamuu Obbo Asfawuu Tolasaa ilaalchisee marii gabaabaa haadha warraa warraa fi hiriyaa isaa waliin, akkasumas ajjechaa dargaggoo Daangaa ilaalchisee marii jiraataa naannoo waliin

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 11, 2023

    SBO FULBAANA 11, 20230

    ODUU, Ibsa ABO, gaaffii fi deebii jiraataa Godina Qellem Wallaggaa, Marii SNN Jaal Dinqinash Dheeressaa fi Dr.Dassaaleny Guyyoo waliin godhe kutaa xumuraa

    READ MORE

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
SBO