Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Du’aan boqotuu miseensa gameessa ABO Jaal Mokonnin Galaan ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO, Dhimmoota adda addaa fi Haalota yeroo irratti marii hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin godhame kutaa lammaffaa
READ MOREJaal Mokonnin Galaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamu keessatti qooda fudhataniin bu’uureffamuu ABO irraa eegalanii qooda qabsoo bahachaa turaniiru. Dirqama dhaabaa ofitti fudhatuun hojjechaa turan.
READ MOREODUU, Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti marii hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin adeemsisame kutaa lammaffaa
READ MOREODUU, Kaabinootnii fi kaadirootni sirna PP Godina Walaggaa Lixaa Onoota Begii fi Qondaalaa keessaa ummata walgahii waamuun doorsisaa jiran.
Akka jiraataan Ona Begii SBOtti himetti, Labsii Qeerroon Bilisummaa Oromoo labseen walqabatee, sababa ummanni bakka bakkatti qabeenyaa isaa sodaa nageenyaaf jecha sochoosuu dideef sodaachifamaa jira. Dhimma kana irratti Gaaffii fi deebiin jiraataa Ona Begii kana waliin geggeessine oduutti aanee isiniif dhihaata.
Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin marii geggeessinee jirra.
READ MOREODUU, Tarkaanfii Suukaneessaa Waraanni Paartii Biltsiginnaa Itti Gaafatamummaan Itti Hin Dhagahamne Oromiyaa Keessatti Ummata Nagaa Irratti Fudhatu Yakka Ilma Namummaa Irratti Kan Raawwatamee dha. Ibsa ABO
Namoota torbanoota darban keessa Ona Begii keessatti ajjeefaman keessaa tokko Obbo Abdulkarim Fufaa ti. Mucayyoon Obbo Abdulkarim kan amma biyya Sa’ud Arabiyaatti argamtu shamarree Iftuu Abdulkarim waa’ee ajjeefamuu abbaa ishee irratti SBO waliin gaaffii fi deebii gootee jirti.
READ MOREWe call upon the responsible organ of the UN to investigate the type and extent of the poison gas used in Oromiya in general and those places mentioned above in particular.
READ MOREAddatti gosa Summii dhimma itti bahamaa jiru UN qoratee adda baasuu dirqama itti qaba jennee amanna.
READ MOREODUU fi Qophiilee garagaraa
READ MORE