ODUU, Kaabinootnii fi kaadirootni sirna PP Godina Walaggaa Lixaa Onoota Begii fi Qondaalaa keessaa ummata walgahii waamuun doorsisaa jiran.
Akka jiraataan Ona Begii SBOtti himetti, Labsii Qeerroon Bilisummaa Oromoo labseen walqabatee, sababa ummanni bakka bakkatti qabeenyaa isaa sodaa nageenyaaf jecha sochoosuu dideef sodaachifamaa jira. Dhimma kana irratti Gaaffii fi deebiin jiraataa Ona Begii kana waliin geggeessine oduutti aanee isiniif dhihaata.
Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin marii geggeessinee jirra.
Sagalee Bilisummaa Oromoo













Leave a Comment
Your email address will not be published. Required fields are marked with *