Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannaa ummata Oromoo kan jedhu xiinxala Jaal Ayyaanaa Goobanaa kutaa lammaffaa fi xumura
READ MOREODUU, Gdiraa fi roorroon Oromoo irra gahu daran hammaataa, bultii irraa bultiitti cimaa deeme malee waan irraa dhaabbate hin qabu. Malaa fi bifa adda addaan cunqursaa fi saamichi, roorroo fi gidiraan, hidhaa fi ajjechaan raawwatamu guyyuu karaa hundaan daangaa isaa babal’ifataa jiraachuutu argama. Oromoon kana keessummeessaa, sirna PP urursaa haga yoomiitti jiraataan gaaffii dha. Ajjeefamaa, hidhamaa fi mirga mulqamaa jiraachuu aadaa godhatuun, balaa caaluuf of qopheessuu dha. Qophiin keenya dhimma kana irratti fuulleffatu oduutti aanee isinii dhihaata.
o Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannoo ummatni Oromoo qabu maal fakkaata kan jedhu gabroomfattootaan walqabsiisanii ibsa ykn xiinxala gabaabaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo irratti dhiheessan irraa kan arganne kutaa duraa ammoo xumura qophii keenyaa godhannee gama keessaniin geenya.
Oduu fi Marii Abbaa Seeraa Godina Qellem Wallaggaa waliin
READ MOREODUU, Du’aan boqotuu Art.Ibraahim Aadam ilaalchisuun Ibsa Gaddaa ABO fi Waggaa 50ffaa hundeeffama ABO sababeeffachuun gaaffii fi deebii hayyuu Oromoo Obbo Asfawuu Tihunee waliin goone kutaa xumuraa
READ MORESab-boonaa qabsa’aa Oromoo Art.Ibraahim Aadam, ejjennaa fi jabina kaayyoo saba isaaf qabu irraa mootummaan wayyaanee qabee hidhuudhaan gidirsaa fi miidhaa irraan gahaa akka tures seenaan isaa ni agarsiisa.
READ MORESBO Adoolessa 12, 2023. Oduu fi Marii hayyuu Oromoo Obbo Asfawuu Tihunee waliin godhame
READ MOREKomishiniin Dhiittaa Mirgoota Namoomaa Tigraayi keessatti raawwatame qoratu Gamtaa Afrikaan utubame hojii isaa akka dhaabu murtaawe
READ MOREOnoota Godina Arsii garagaraa keessatti WBO deggertu maqaa jedhuun ummatni hidhamaa, mannii fi qabeenyi duraa gubataa jira.
READ MORE