Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin SNN godhe irraa kan fudhatame kutaa 3ffaa fi xumura
READ MORE𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐁𝐎 – 𝐇𝐚𝐠𝐚𝐲𝐲𝐚 𝟏𝟐, 𝟐𝟎𝟐𝟑: 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐦𝐧𝐞 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐨𝐨𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐣𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐋𝐚𝐟𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐢𝐱𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐚!
Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr. Baaroo Qannoo waliin Taasiserraa kan fudhatame kutaa 2ffaa
READ MOREHaala Yeroo Oromiyaa Irratti Ibsa Ijjannoo Koongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Irraa Kenname.
READ MOREPaartiin Biltsiginnaa aangoo siyaasaa humnaan dhuunfatetti dhimma bahee karaa nagahaan rakkoo dhalche furuu hanqannaan, lola xumuruu hin dandeenyetti seeneen, waggoota shanan kana guutuu maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) bal’eessuu jedhuun akkuma ifatti dhaadatan, “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu dha” jedhan, Ummata Oromoo waraana irraa jalaan irratti bananiin lubbuu qulqullootaa hedduu galaafataniiru. Ammas ummata nagahaa itti gaafatamummaa hanqachuun if qusannaa tokko malee fixaa jiru.
READ MOREODUU, Haala yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO fi Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa duraa
READ MOREMooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) Ilmaan Isaa Hundaan Tikfamuu Qaba
READ MOREODUU, Gargaarsa midhaan nyaataa addaan kutuun miidhamtoota si’a lama adabuu fi duuti mana miliyoonotaa akka seenuuf carraa banuu dha; mata duree kana jalatti akka ijoo dubbiitti barruu qophaa’e Addis Standard irraa argannee fi Kibb-baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa keessatti maqaa WBO deggertu jedhuun ummatni gaaga’amaa jira. Kana irratti namoota dubbisne qabna.
READ MOREDureewwan Orthodoksii Naannoo Tigraayi murtii Qulqulluun Sinodoosii Mana Kiristaanaa Orthodoksii Tawahidoo Itophiyaa dabarse akka hin fudhanne beeksisan.
READ MORELabsiin yeroo hatattamaa kun akka dabarfamu kan murteeffame aanga’oonni feederaalaa fi naannoo Amaaraa nageenyi naannichaa hidhattoota Faannoon boora’aa jiraachuu ibsuu hordofee akka ta’e maddeen gabaasaniiru.
READ MORE