Dureewwan Orthodoksii Naannoo Tigraayi murtii Qulqulluun Sinodoosii Mana Kiristaanaa Orthodoksii Tawahidoo Itophiyaa dabarse akka hin fudhanne beeksisan.

Dureewwan kunniin ibsa Hagayya 03, 2023 Kamisa kaleessaa baasaniin, Manni Kiristaanichaa murtoo dabarse keessa deebiโ€™ee akka ilaalu gaafatan.

Tibbana qaamni olaanaa Mana Kiristaanichaa walgahii hatattamaa taaโ€™een abbootii amantaa Naannoo Tigraayitti muudama kennanii fi fudhatan jedhaman aangoo lubummaa irraa mulqaniiru.

Murteen kun dureewwan Naannoo Tigraayitti argaman ittiin bulmaataa fi beekamtii mana kiristaanichaa malee muudama raawwachuu isaanii ibsu hordofee akka taโ€™etu ibsame.

Murtee kana hordofee abbootiin amantaa Orthodoksii Naannoo Tigraayi ibsa Kamisa kaleessaa baasan kanaan murteen Qulqulluu Sinodoosii Orthodoksii Itoophiyaa dabarse balaaleffannaa homaa gatii hin qabnee waan taโ€™eef, fudhatama akka hin qabne hubachiisan. Murtichis deemsa isaanii irratti homaa dhiibbaa kan hin fidne taโ€™uus hubachiisan. Murteen darbe deebiโ€™ee akka ilaalamu gaafatuun, taโ€™uu baannaan garuu murtoo ulfaataa akka fudhatan akeekkachiisan.

Dureewwan Tigraay dhimma waraanaan walqabateen Mana Kiristaanaa Orthodoksii Itoophiyaa waliin dhibdee seenan, mana kiristaanichaa irraa adda bahuun caasaa bulchiinsaa haaraa hundeessatuun isaanii ni yaadatama.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO