Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n yoom iyyuu caalaa onnee ummata bal’aa keessa jira. Har’as boris ABOn jiraataa dha. Rakkoo fi danqaan fedhe isa quunnamu illee deggersaa fi tumsa ummatni bal’aan Oromoo isaaf taasisu galaa godhatuudhaan, hanga akeeka qabsoo geggeessuu galiin ga’utti sochiin isaa guyyaa tokkoof illee hin dhaabbatu daranuu jabaatee itti fufa.
READ MOREODUU, Ukkaamsamuu Obbo Asfawuu Tolasaa ilaalchisee marii gabaabaa haadha warraa warraa fi hiriyaa isaa waliin, akkasumas ajjechaa dargaggoo Daangaa ilaalchisee marii jiraataa naannoo waliin
READ MOREODUU, Ibsa ABO, gaaffii fi deebii jiraataa Godina Qellem Wallaggaa, Marii SNN Jaal Dinqinash Dheeressaa fi Dr.Dassaaleny Guyyoo waliin godhe kutaa xumuraa
READ MOREBrutality has never silenced the oppressed masses in history.
READ MORERaayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee biyyattii diina alaa irraa eeguu fi nageenya isaanii mirkaneessuun ga’ee irraa eegamu ta’ee osoo jiru, itti gaafatamummaa kana dagachuudhaan ummata nagaa jeequu fi dararuu, keessumaa immoo dargaggoota bu’uura dhaloota egeree ta’an dhabamsiisuu irratti fuuleffatanii jiru.
READ MOREODUU, Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban. Marii Miidiyaan SNN haala yeroo Oromiyaa fi ummata Oromoo irratti Jaal Dinqinash Dheeressaa fi Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin geggeesse irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MOREODUU, Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Danda’an, Marii haala Oromoo fi Oromiyaa irratti Dr.Dassaaleny Guyyoo fi Aadde Dinqinesh Dheeressaa SNN waliin godhame irraa kan fudhatame kutaa duraa
READ MOREHar’a qe’een Oromoo Bahaa-dhihatti, Kaabaa-Kibbatti, Giddu-galeessaan waraana sirna bilxiginnaan goolamaa jira. Qe’een Oromoo dirree dhiigaa fi boo’ichaa, iddoo ijoolleen Oromoo akka bineensaatti maatii jalaa adamsamanii yakkaa fi bal’eessaa tokko malee maqaan “Shanee ykn Abbaa Torbee” jedhu itti maxxansamee jumlaan itti ajjeesamaa, reebamaa fi hidhaatti guuramaa jiranii dha.
READ MORE