Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Oduu, Qorattoonni komishiinii mirga namoomaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii yakkoonni waraanaa fi namoomaa Oromiyaa dabalatee naannoolee Itophiyaa biroo keessatti raawwatamuu irra gaheera jechuun torban darbe kana qorannoo geggeesse ifa godhee jira. Kana irratti kan fuulleffate qophii qindaa’ee fi marii Dr.Makbib Gabayyoo fi Dr.Tasfaayee Raggaasaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo waliin godhan irraa kan fudhanne kutaa xumuraa
READ MOREMariin Hidha Laga Abbayyaa sababeeffatee biyyoota sadan gidduutti deemaa ture ni fashale
READ MOREFulbaana 20 2023 Godina Wallaggaa Lixaaa Ona Ganjii ganda Busanuu Qawusootti hidhattoonni mootummaa PP sababa tokkoon alatti Obbo Yuusuf Moosisaa nama jedhaman rasaasa itti roobsanii akka ajjeesan maddeen SBO gabaasanii jiru.
READ MOREObbo Galatoo Burqaa du’aan addunyaa kana irraa darban
READ MOREJaal Gadaa Gabbisaa haala ulfaataa keessa jiraachuu kan ibsu oduun nu gahe, qoricha dhibee tiruu fudhataa jiru irraa ykn waan dhibii haa ta’uu waan adda bahe ifa ta’uudhaa baatus, rakkoo Onneef saaxilamee akka jiru garuu doktoorri isaa mirkaneessuu hubachiisa.
READ MOREOduu, Baha Oromiyaa Godina Harargee Bahaa Ona Baabbilee keessatti hidhattootni Somaalii babal’ifannaa lafaaf daangaa Oromiyaa cabsanii seenuun ummata irratti lola banan. Lubbuu baasaniiru; manaa fi qabeenya ummataa gubaniiru. Ummatnis baqateera. Kana irratti jiraattota dubbisneerra. Mariin Miidiyaa Dhaddacha Oromoon hayyoota Oromoo waliin taasisames kutaa lammaffaan isaa ni dhihaata.
READ MOREODUU, Murni waliin dhahiinsaan mootummaa of godhe, badii dhalche malee, abdii hin taane! Ajjechaa jumlaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti ta’ee fi haala waliigalaa Godina Baha Wallaggaa keessa jiru irratti marii jiraataa godinichaa waliin taasisame
READ MOREODUU, Ajjechaa jumlaa Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaa keessatti walitti fufiinsaan guyyoota sadiif ummata nagaa irratti raawwatame ilaalchisee Ijoo Dubbii ABOn Fulbaana 15, 2023 baase fi marii Miidiyaan Dhaddacha Oromoo hayyoota Oromoo lama Dr.Tasfaayee Raggaasaa fi Dr.Makbib Gabayyoo waliin godhe irraa kan fudhatame
READ MOREODUU, Waggaa 5ffaa Hogganni ABO biyyatti deebi’e Fulbaana 15, 2023 ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Ajjechaa suukanneessaa waraanni mootummaa PP fi Faannoon harka walkeessa naqachuudhaan Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti raawwatan irratti jiraattotaa fi warra madaa’ee miliqe dubbisneerra.
READ MORE