Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Oduu, Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo FDG waggaa 18ffaa fuula keenya dura jiru irratti qophii qindaa’ee fi kufaatii barattoota gara Yunversitii seenan mudatee fi waliigalatti haala imaammata barnootaa biyyaa irratti gaaffii fi deebii barsiisaa Asfawuu Tuunee waliin godhame kutaa lammaffaa
READ MOREOduu, Kufaatii barattoota gara Yunversitii seenan mudatee fi waliigalatti haala imaammata barnootaa biyyaa irratti gaaffii fi deebii barsiisaa Asfawuu Tuunee waliin godhame akkasumas xumura marii I/A Hayyu-duree ABO duraanii Jaal Bultum Biyyoo waliin Miidiyaan SNN godhe irraa fudhatame kutaa xumuraa
READ MOREOduu, 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗝𝗮𝗹𝗮𝗮𝗻 𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗠𝗲𝗲𝘀𝗵𝗮 𝗠𝗮𝗹𝗲𝗲𝘆𝘆𝗶𝗶 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗟𝗼𝗹𝗮 𝗟𝗮𝗯𝘀𝘂𝘂𝗻 𝗔𝗮𝗻𝗴𝗼𝗼𝗻 𝗦𝗶𝘆𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗠𝘂𝗿𝗻𝗶 𝗕𝗶𝗹𝘁𝘀𝗶𝗴𝗶𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗲𝗲𝗿𝗲𝗳𝗳𝗮𝘁𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝘁𝘂! Ijoo Dubbii ABO akkasumas Marii Miidiyaan SNN Itti Aanaa Hayyu-Duree ABO duraanii Jaal Bultum Biyyoo waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa tokkoffaa…
READ MOREKaraa biraas imaammanni biyyattii keessatti bahu akka inni faayidaa Oromoo hin sharafne gochuuf gorsaa fi waraqaa qorannoo garagaraa dhiheessuun yaada bilchaataa nama gumaachaa turanii dha.
READ MOREOduu, Waldaan Gargaarsa Oromoo (ORA)n torban darbe kana gara Lixa Wallaggaa Ona Begiitti sossohuun ummata beelaa fi weerara dhibee busaan miidhamaa jiruuf gargaarsa godhee deebi’eera. Dhimmuma kana irratti hundaa’uun SBOn dura ta’aa waldichaa Obbo Addunyaa Keessaa waliin gaaffii fi deebii godhee jira.
READ MOREWe call upon the Oromo people to intensify their struggle to clear off this rogue regime that tries to survive on the tears and blood of innocent people.
READ MOREMootummaan Biltsiginnaa ummata meesha maleeyyii garjabinaan jumlaan ajeesuun, mana irratti gubuu fi jumlaan hidhuun ajjeechaa jumlaa ummata keenya irratti raawwatu irraa dhaabbachuu qaba.
READ MOREOduu, Ajjechaa Oromiyaa keessaa irratti Ibsa ABO, Weerara Busaa fi Beela Lixa Wallaggaa irratti marii Injineer Daani’eel Gammadaa (Kara Deemaa) waliin goone kutaa lammaffaa fi isa dhumaa
READ MORE