Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Du’aan boqotuu qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe kana miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan. SBOn marii kana irraa kan fudhate kutaa jalqabaa xumura qophii isaa godhatee jira.
READ MOREJaal Abbeen, Bara 2018 wayta hogganni Adda Bilisummaa Oromoo gara biyyaa deebi’een booda, bobbaa jila ABO Godina Jimmaatti taasifameef koree simannaa keessatti adda durummaan socho’ee qooda mul’ataa kenneera.
READ MORESuuraaleen suukanneessoo ta’an maxxansuun rakkisaa ta’e nu dhaqqabe irraa hubachuun akka danda’ametti haleellaa xayyaaraa kanaan ijoolleen barattoota ta’an haala suukanneeysaan miidhamaniiru. Miidhaa olaanaa qaama isaanii irra ga’e ilaaluun ni ulfaata.
READ MOREKanneen ajjeefaman keessaa 32 barattoota yoo ta’an, 20 ol kan ta’an ammoo ummata irraa ta’uun ibsameera.
READ MOREODUU, Dhalachuu ABO fi Deemsa Qabsoo Waggoota 50 + Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Ona Gadab Hasaasaa ganda Coofira Kaakkaatti ummati nagahaa maqaa WBOtiin adamsaa jiraachuun hiraarfamaa jira. Kanaan wal qabatee abboota amantaa fi abboota gadaa jedhamanii kanneen mootummaan bobbaasetu kaabinee fi kaadire waliin ummata keenya hiraarsaa jira jechuun jiraattonni naannoo komii dhiheessaa jiran. Marii dhimma kana irratti SBOn jiraattoota Ona Gadab Hasaasaa waliin taasise kutaa jalqabaa.
READ MOREODUU, Yaalii ajjechaa miseensa hogganaa ABO duranii Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo irratti raawwatame ilaalchisee Ibsa ABO fi Dhimma yaalii ajjechaa kana sababeeffachuun marii miidiyaan SNN Dr.Baaroo Qannoo waliin taasise irraa kan fudhatame…
READ MOREMootummaan Noorwey biyya isaa keessatti lammii isaanii, miseensa keenya roorriftootaan yakki ulfaataan kun guyyaa saafaa irratti raawwatame qoratee, bu’aa qorannoo isaa akka ifoomsu Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n abdii qaba; abdiinis eega.
READ MOREDr Degafa is a peaceful person who serviced his fellow Norwegian citizens and the Oromo people for decades through his professional career as a medical doctor.
READ MORE